Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarq Zawdee boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsan

Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee boqachuu weellisaa Alamaayyoo Isheeteef gadda itti dhaga’aame ibsaniru.

Preezdaantiittin erga isaaniin, weellistoota biyyii keenya horattee keessaa tokko kan ta’ee boqachuu Alamaayyoo Isheeteef gadda natti dhaga’aameera jedhaniiru.

Preezdaant Saahilawarq fuula miidiyaa hawaasa isaaniin akka ibsanitti maatii, firoottaa akkasumas uummattoota Ityoophiyaaf jajjabina hawwaniiru.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.