Fana: At a Speed of Life!

Preezdaant Saahilawarqii fi preezdaant Naanaa Akuufoo Adoon ijaarsa Imbaasii Gaanatiif dhagaa bu’uuraa kaa’an

Finfinnee, Gurraandhala 2, 2012 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee fi preezdaantiin Gaanaa Naanaa Akuufoo Adoon ijaarsa Imbaasii Gaanatiif dhagaa bu’uuraa kaa’an.
 
Imbaasiin Gaanaa magaalaa Finfinneetti ijaarramu abbaa darbii 7 yammuu ta’u, iddoo boqonnaa keessummootaa 58 qaba.
 
Ijaarsi gamoo kanaa waggaa 2 keessatti ni xumurama jedhameera.
 
Ityoophiyaa fi Gaanaan hariiroo daldalaa, aadaa, barnootaa fi aviyeeshinii qabu.
 
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.