Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Musxafee Mahaammad jiraattoota Aanaa Daaroor waliin mari’achaa jiru

Finfinnee, Sadaasa 14, 2013 (FBC) – Preezdaanti Musxafee Mahaammad jiraattoota Aanaa Daaroor waliin mari’achaa jiru.

Itti Aanaan Preezdaantii Mootummaa naannoo Somaalee Musxafee Mahaammadii fi hoggantoonni olaanoon naannichaa jiraattootaa Godina Jarar Aanaa Daawuroo waliin mari’achaa jiru.

Marichi dhimmoota waqtaawaa, nageenyaa fi tasgabbii akkasumaas, misooma ilaalchisuun bakka hoggantoonni dhimmi ilaallatutti gaggeeffama jira.

Hirmaatoonni marichaa tarkaanfiin Raayyaa Ittisa Biyyaa garee badii ABUT irratti fudhachaa jiru akka deeggaran ibsuu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa Naannichaa irraa arganne ni mul’isa.

Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo
https://www.youtube.com/channel/UCsy_Mc1C45kRUVopA-NK10A subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.