Fana: At a Speed of Life!

Preezdaanti Saahilawarqi daawwannaa hojiif gara Riippabliika Demookraatawaa Koongoo imalan

Finfinnee, Amajjii 18, 2013 (FBC ) –Preezdaanti Saahilawarqi Zawdee daawwannaa hojiif gara Riippabliika Demookraatawaa Koongoo imalaniiru.

Preezdaanti Saahilawarqi turtii Koongoon dhimmoota hariiroo biyyoota lameenii cimsuu danda’anii fi dhimmoota naannichaa irratti aanga’oota biyyatti waliin  ni marii’atu jedhameera.

Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;

Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.

Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.

Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa

Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.