Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantii Naayijeeriyaa Muhaammad Buhaariif gaggeessaan taasiifame

Finfinnee, Fulbaana 25, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Preezdaantii Naayijeeriyaa Muhaammad Buhaarii gaggeessaaniiru.
Sirna hundeeffama mootummaa haaraa Ityoophiyaarratti kan hirmaatan Preezdaantiin Naayijeeriyaa Muhaammad Buhaariin gara biyya isaanii deebi’aniiru.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad buufata Xiyyaaraa idile addunyaa Booleetti argamuun gaggeessuu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.