Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Somaaliyaa haaraan Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waliin hojjachuuf qophii ta’uu beeksisan

Finfinnee, Caamsaa 10, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Somaaliyaa haaraan Hasan Sheek Mahaammad Muummeen Ministira FRDI Abiy Ahimad waliin hojjachuuf qophii ta’uu beeksisan.

Preezdaant Hassan, Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiif galatas dhiheessaniiru.

Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waliin hojjachuuf murannoo qabaachuusaanii fuula tiwiitarii isaaniin ibsaniiru.

Dippiloomaasii biyyoota fi hariiroo biyyoota lameenii guddisuuf waloon kan hojjetan ta’uu himaniiru.

Muummee Ministiraa Abiy Ahimad, Preezdaant Hassaniif ergaa baga gammaddanii dabarsuun ni yaadatama.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.