Fana: At a Speed of Life!

Preezdaantiin Yuukreen jalqabaa Liiyooniid Kiraavchuuk boqotan

Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Yuukreen jalqabaa Liiyooniid Kiraavchuuk addunyaa kanarraa du’aan boqochuu dhaga’ame.

Preezdaantichi umrii waggaa 88ffaa isaaniin addunyaa kanarraa du’aan adda ba’uu miidiyaaleen biyyattii gabaasaniiru.

Preezdaant Liiyooniid Kiraavchuuk dhibee Onneen qabamanii yeroo dheeraaf yaallarra turuu isaanii ibsameera.

Lixa Yuukreen kutaa magaalaa Roovinoo jedhamutti kan dhalatan Preezdaant Liiyooniid Kiraavchuuk bara Faranjootaa 1991 baatii Hagayyaa eeggataa preezdaantii yoo ta’an, erga Heerri mootummaa biyyattii ragga’ee booda Muddee 5, 1991 Preezdaantii jalqabaa biyyattii ta’uun filatamanii turan.

Bara 1994 magaalaa Liiyooniitti dorgomuun moo’achuu isaaniis RT gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.