Fana: At a Speed of Life!

Preezdant Shimallis miseensoota poolisii adda waraanaatti miidhamanii Kaampii Poolisii Humna Addaa Oromiyaa Bishooftuutti dandamataa jiran jajjabeessa

Finfinnee, Fulbaana 16, 2014 (FBC)- Preezdant Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa miseensoota poolisii adda waraanaatti miidhamanii Kaampii Poolisii Humna Addaa Oromiyaa Bishooftuutti dandamataa jiran ilaaluun jajjabeessaniiru.

Preezdaant Shimallis miseensota poolisii humna addaa kanneeniif keennaa ayyaana Masqalaa gumaachuufi OBN gabaaseera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.