Fana: At a Speed of Life!

Proojaktiin bishaan dhugaatii qulqulluu baasii Birrii miiliyoona 55 oliin ijaarame eebbifame

Finfinnee, Bitootessa 18, 2013 (FBC) – Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo Finfinnee Proojaktii bishaan dhugaatii qulqulluu baasii Birrii miiliyoona 55 oliin ijaarsise guyyaa har’aa eebbiffameera.
Proojaktiin bishaanii kutaa magaalaa Kolfee fi Gullalleetti ijaarame kun, tokkoon tokkoo isaa guyyaan bishaan meetri kiyuubii kuma 9 laachuu akka danda’amu ibsameera.
Akka Gabaasa EBCtti Abbaan Taayitaa Bishaanii fi Dhangala’oo Finfinneetti Hojii Gaggeessaan Waajjira Damee Kutaa Magaalaa Addis Injiinar Massalaa Zawdee proojaktoonni kunneen sarara diriirfamanirra fayyadamoo akka ta’aniitti hojjetame jedhaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.