Fana: At a Speed of Life!

Qabeenya Misooma Beeylada guddisuuf xiyyeeffannaan hojjatama jira – Biiroo Qonnaa Oromiyaa

Finfinnee, Caamsaa 13, 2014 (FBC) – Qabeenya Misooma Beeylada guddisuuf xiyyeeffannaan hojjatama jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.
Workishooppiin sosochii tarkaanfii addaa hojiiwwan misooma beeyladaa Adaamatti jalqabeera.
Qabeenya Misooma Beeylada guddisuuf xiyyeeffannaan hojjatama jiraachuu hoggannaan Biiroo Qonnaa Oromiyaa obbo Abarraa Worquu himaniiruu.
Kaayyoo fi tarsiimoo hojii qonnaa ammayyeessuu cinaatti inisheetiivii misooma beeyladaa fi qurxummii irratti tarkaanfiin addaa egalamuu eeraniiru.
Nyaataa beeyladaa fi misoomaa dammaa irratti xiyyeeffannan hojjatamuu jira jedhan obbo Abarraan.
Hirphoo Shibootu gabaase.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.