Fana: At a Speed of Life!

Qidduus Giyoorgis 1 – 1 Magaalaa Hawaasaa

Finfinnee, Caamsaa 9, 2015 (FBC) –Taphoota Beetkiingii Piriimaayeer Liigii Ityoophiyaa torbee 24ffaan Qidduus Giyoorgis Magaalaa Hawaasaa waliin qixa ba’e.

Tapha har’a sa’aatii 9:00 irraa eegalee gaggeeffameen
Qidduus Giyoorgis Magaalaa Hawaasaa waliin goolii 1 qixa ba’uun imala gara Waancatti taasiisu muddama keessa galcheera.

Qidduus garaagarummaa qabxii 2 liigicha dursaa jira.

Bahir Daar qabxii 50 sadarkaa 2ffaa qabatee jira.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.