Fana: At a Speed of Life!

Qindeessitootaafi warreen qormaata kutaa 12ffaa qoraniif haala kenniinsa qormaatichaarratti ibsi laatame

Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Qindeessitootaafi warreen qormaata kutaa 12ffaa qoraniif haala kenniinsa qormaatichaarratti yuunivarsiitiiwwan garaagaraatti  ibsi laatame.

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaan Fulbaana 30, 2015 irraa eegalee yuunivarsiitiiwwan garaagaraatti akka kennamu ni beekama.

Barattoonni qormaaticha fudhatanis gara yuunivarsiitiiwwan itti qormaaticha fudhatanii seenaa jiru.

Guyyaa har’aa qindeessitootaafi warreen qormaaticha qoraniif haala kenniinsa qormaatichaarratti ibsi kennamaa turuu eerameera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.