Fana: At a Speed of Life!

Qorichoonnii fi galteewwan yaalaa gatii Birrii miiliyoona 71 ol qaban gara Tigiraayitti ergamuun rabsamaa jira

Finfinnee, Amajjii 14, 2013 (FBC ) – Qorichoonnii fi galteewwan yaalaa gatii Birrii miiliyoona 71 ol qaban gara Tigiraayitti ergamuun rabsamaa jira.
Ministeerri Fayyaa FDRI, Ejansiiwwanii fi Biiroon Fayyaa Naannoo Tigiraay tumsitoota namoomaa fi misoomaa waliin ta’uun naannoo Tigiraayiitti deeggarsaa fi deebisanii dhaabuu irratti hojjechaa jiraachuun ibsameera.
Mootummaan naannoo Tigiraayitti hawaasni tajaajila fayyaa akka argataniif hojjechaa jiraachuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.
Hanga ammaatti qorichootaa fi galteewwan yaalaa gatii Birrii miiliyoona 71 ol qaban gara Tigiraayitti ergamuun rabsamaa jiraachuu eerameera.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.