Fana: At a Speed of Life!

Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa laatamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 29, 2013 (FBC) – Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2012 guutuu biyyaatti laatamuu eegaleera.
Qormaanni biyyaalessa kutaa 12ffaa bara 2012 har’aa eegalee hanga Bitootessa 2, 2013tti ni laatama jedhameera.

Qormaata kana akka biyyatti barattoonni kumni dhibbi 4 fi kumni 11kan fudhatan ta’uu ibsamneera.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.