Fana: At a Speed of Life!

Rakkoo dinaagdee walxaxaa furuuf waloon hojjechuun barbachisaa ta’uu ibsame

Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)-Mariin Paanaalii rakkoo dinaagdee walxaxaa Ityoophiyaa mudateef furmaata bu’uura barbaaduu irratti xiyyeeffate gaggeeffamuu ibsameera.

Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misooma Dooktar Fitsuum Asaffaan sirna baniinsa paanaalicharratti hasawaa taasisaniin, gorsitoonni dinaagdee walabaa filannoowwan imammataa qopheessuuniifi yaadoota furmataa maddisisuun hojii warreen immamataa basaan deeggaruu danda’u akka hojjetan gaafataniiru.

Bulchaan Baankii Biyyaleessaa Obbo Maammoo Mihiratuu,gamaa isaaniin rakkoo dinaagdee walxaxaa furuuf waloon hojjechuun barbachisaa ta’uu ibsuu isaanii ragaan Ministeera Pilaanii fi Misoomarra argame ni mul’isa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.