Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin barattoota Yuunivarsiitii seenanii halkan har’aa ni ifooma – Ministeera Barnootaa

Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) – Ramaddiin barattoota Yuunivarsiitii seenanii halkan har’aa kan ifoomu ta’uu Ministeerri Barnootaa beeksise.

Ramaddiin barattoota bara 2014 qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhachuun % 50 ol fidan Yuunivarsiitiwwan mootummaa ministeerichaa waamamaa ta’anitti baasii mootummaan barataniif har’a halkan walakkaa kan ifoomu ta’uu ibseera.

Yuunivarsiitiwwan kunneen hanga Guraandha 15, 2015tti qophii barbaachisu taasiisuun yeroo barattoota haaraa itti simatan kan ifoomsan ta’uu isaan barattoonni qophii barbaachisu akka taasiisan ministeerichi yaadachiiseera.

Batattoonni filannoowwan armaan gadiin iddoo itti ramadaman odeeffachuu akka danda’an ragaan Ministeera Barnootarraa argame ni mul’isa.

Haaluma kanaan Website: https://result.ethernet.edu.et ፤SMS: 9444፤Telegram bot: @moestudentbot

Ramaddichaan walqabatee gaaffiin yoo jiraate ፡-result.ethernet.edu.et dhiyeeffachuu kan danda’an ta’uu ibseeta.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.