Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin gulaallii Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii ifoome

Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Ramaddiin gulaallii tapha Waancaa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii bara 2023 ifoomeera.
Haaluma kanaan gareen Kubbaa Miilaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 23 gadii marsaa jalqabaan Diimookiraatiik Koongoo waliin ramadameera.
Marsaa jalqabaa kana yoo darbe gulaallii marsaa 2ffaaf gita isaa Aljeeriyaa waliin kan tapahatu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.