Fana: At a Speed of Life!

Ramaddiin mo’anii darbuu xumuraa marsaa 2ffaa liigii Awrooppaa ifoome

Finfinnee, Gurraandhala 20, 2012 (FBC)- Ramaddiin mo’anii darbuu xumuraa marsaa 2ffaa liigii Awrooppaa ifoome

Tapha ramaddichaan gaggeeffamuun gareewwan 16 ni hirmaatu..

Haaluma kanaan;

  • Maanchistar Yuunaaytid  –  Laask,
  • Olompiyaakoos – Walvis,
  • Siiviyaa – Roomaa,
  • Intarmiilaan – Geetaafee,
  • VFL Woolfs Barg – Shaakaatar Dooneesk,
  • Reenjars – Baayar Leevarkuusan,
  • Istaanbuul – Kooppan Hagan waliin ramadamaniiru.
  • Taphni har’a  Fraankifartii fi Reedbuul Saalizbarg gidduutti gaggeeffaama.
  • Isaan keessaa kan injifate Baazeel waliin taphata.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.