Fana: At a Speed of Life!

Roobeetti proojaktiin bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 97 hojjetamaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 4, 2012 (FBC) –Bulchiinsa magaalaa Roobeetti ijaarsi proojaktii bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona dhibba 5 fi miiliyoona 97 hojjetamaa jira.

Ijaarsi proojaktichaas ganda Hora Booqaatti hojjetamuu eegaleera.

Proojaktiin kun hirmaannaa ummataa fi deeggarsa Baankii Addunyaatin hojjetama.

Akka odeeffannoo Waajjira Dhimmoota Koominikeeshinii Magaalaa Roobeetti proojaktichi waggaa tokkoo fi walakkaatti kan xumuramu ta’a.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.