Fana: At a Speed of Life!

Sagantaan maaddii biyyaa boqonnaa 2ffaa eegalchiisuu gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 5, 20015 (FBC) – Sagantaan piroojektii maaddii biyyaa boqonnaa 2ffaa eegalchiisuu gaggeeffameera.

Saganticharratti Birriin biiliyoonni 1.2 waadaa galameera.

Abdii kutannee hin beeknu, tokkummaan ta’uun piroojektoota jalqabne xumuruun Ashaaraa keenya dhalootaaf ni dabarsina jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen.

Riivaanii murra malee abdii hin murannu, qormaatilee mudatan hunda tokkummaan ce’uun piroojektoota biyyaaf bu’aa olaanaa buusan ni ijaarra jedhan saganticharratti ergaa dabarsaniin.

Sagantichaan Birrii biiliyoona 1 walitti qabuuf karoorfamee Birriin biiliyoonni 1.2 waadaa galamuu eeramuu ragaan Waajjira Kaantibaarraa argame ni mul’isa.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.