Fana: At a Speed of Life!

Samaraatti Manni Barumsaa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa ijaarame eebbifame

Finfinnee, Hagayya 28, 2015 (FBC)-Deeggarsa Mootummaa Naannoo Oromiyaatiin Naannoo Afaar Magaalaa Samaraatti kan ijaarame Manni Barumsaa Ifa Boruu Sadarkaa 2ffaa eebbifameera.

Sirna eebbichaarratti Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa, Pireezidaantiin Naannoo Afaar Obbo Awwal Arbaa dabalatee qondaaltonni biroon argamaniiru.

Manni Barumsaa Samaraatti ijaarame Kun baasii Birrii miiliyoona 100 oliin kan ijaaramee yoo ta’u qaama hojii mootummaan Naannoo Oromiyaa tokkummaa sabootaa cimsuuf, hojiilee misoomaa fi hawaasummaan hariiroo uummata walitti jabeessuuf hojjechaa jiruu ta’uun ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.