Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii eda gaggeeffameen Ityoophiyaan meedaaliyaa Meetii dabalataa argatte

Finfinnee, Adoolessa 28, 2014 (FBC) – Fiigicha xumuraa meetira kuma 1 f 500 Shaampiyoonaa Atleetiksii Addunyaa umrii waggaa 20 gadii eda Kolombiyaa Kaaliitti fiiggameen Atleet Eermiyaas Girmaa 2ffaa ba’uun Meedaaliyaa Meetii Ityoophiyaaf argamsiiseera.
Atleet Eermiyaas Girmaan fageenyicha daqiiqaa 3:37.24 xumuruun meedaaliyaa Meetii argateera.
Atleet Adihinaa Kaasayee sadarkaa 4ffaan xumuruun Dippiloomaa argateera.
Atleetiin Keeniyaa 1ffaa ba’uun meedaaliyaa Warqee argateera.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.