Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaa atleetiksii umrii 20 fi 18 gadii Afrikaa Bahaatiin atleetonni Ityoophiyaa milkaa’an

Finfinnee, Caamsaa 19, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaa atleetiksii umrii 20 fi 18 gadii Afrikaa Bahaa Taanzaaniyaa Daaresalaamitti gaggeeffamaa jiruun atleetonni Ityoophiyaa milkaa’aniiru.

Yeroo 4ffaaf Taanzaaniyaa Daaresalaamitti kan gaggeeffamu shaampiyoonaa atleetiksii umrii 20 fi 18 gadii Afriikaa Bahaa, atleetonni Ityoophiyaa bakka bu’uun dorgoman har’a ganama dorgommii baniinsaa taasisaniiru.

Dorgommii dursee gaggeeffameen atleetonni Ityoophiyaa Warqee 9, Meetii 1 fi Nahaasa 1 argamsiisuun injifannoon eegaluu ragaan Federeshinii Atileetiksii Ityoophiyaarraa argame ni mul’isa.

Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.