Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa fi Feestivaalli aadaa naannoo Ummattoota Kibbaa eegalame

Finfinnee, Amajjii 18, 2014 (FBC) – Shaampiyoonaan Ispoortii aadaa 19ffaa fi Feestivaalli aadaa 15ffaa naannoo Ummattoota Kibbaa Magaalaa Aarbaa Mincitti eegalameera.
Sagantaa baniinsa shaampiyoonaa kanarratti hoggantoonni mootummaa naannichaa, keessummoonni waamichi taasiifamee fi hawaasni Ispoortii argamaniiru jedhame.
Gosoota Ispoortii aadaa 22 oliin waldorgommii fi agarsiifni garaagaraa kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.
Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa Qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.