Fana: At a Speed of Life!

Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaan har’a taphni Riyaal Maadridii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti taphatamu akkaan eegama

Finfinnee, Caamsaa 1, 2015 (FBC) – Tapha walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a gaggeeffamuun taphni Riyaal Maadridii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti taphatamu akkaan eegama.

Taphni walakkaa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa marsaan jalqabaa har’aa fi boru ni gaggeeffama.

Taphni marsaa jalqabaa har’a sa’aatii 4:00 irraa eegalee Riyaal Maadridii fi Maanchiisteer Siitii gidduutti taphatamu hordoftoota kubbaa miilaa birratti tapha akkaan eegamuudha.

Borus taphni Kilaboota Xaaliyaanii lamaan AC Miilaanii fi Inter Miilaan gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo argateera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.