Fana: At a Speed of Life!

Siimpooziyamiin Qorannaa Poolisii 2ffaa magaalaa Sandaafaatti taa’amaa jira

Finfinnee, Gurraandhala 18, 2012 (FBC) – Siimpooziyamiin Qorannaa Poolisii 2ffaa magaalaa Sandaafaatti taa’amaa jira.

Siimpooziyamiin biyyoolessaa kun mata duree “Tajaajila poolisii qulqullina qabu, nageenya waaraaf” jedhuun gaggeeffamaa jira.

Siimpooziyamiin Qorannaa Poolisii 2ffaa kun Koolleejjii Poolisii Ityoophiyaatti guyyootii lamaaf taa’ama.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.