Fana: At a Speed of Life!

Sirni barnootaa ijaarsa biyyaaf akka ta’utti kutannoon kan hojjetamu ta’uu ibsame

Finfinnee, Sadaasa 22, 2014 (FBC) – Sirni barnootaa ijaarsa biyyaaf akka ta’utti kutannoon kan hojjetamu ta’uu Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Biraanuu Naggaan  ibsan.

Tola ooltota Ministeera Barnootaa fi dhaabbilee itti waamamoorraa walitti babba’anii gara adda waraanaatti duulaniif gaggeessaan taasifameera.

yeroon “Barnoota qulqullina qabu lammiilee hundaan” ga’uuf humna guutuun gara hojiitti seennu dhiyaateera jedhan sirna gaggeessaa kanarratti Proofeesar Biraanuu Naggaan .

Ministir Deetaan Ministeera Barnootaa Dooktar Saamu’eel Kiflee gamasaaniin,waggoottan  itti aananitti Ityoophiyaan jabduu fi fooyyoftuu akka taatuuf xiyyeeffannoon hojjechuutu nurra jira jedhan.

Sirna gaggeessaa kanarratti Raayyaa Ittisa Biyyaaf dhiigni arjoomamuu ibsameera.

Yismaawu Adaraawutu gabaase.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.