Fana: At a Speed of Life!

Sirni beekkamtii laachuu jalqabaa gurmaa’iinsa Diyaasporaa gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 18, 2015 (FBC) – Sirni beekkamtii laachuu jalqabaa gurmaa’iinsa Diyaasporaa bakka hoggantoonni mootummaa olaanoon argamitti gaggeeffamaa jira.

Ga’ee hawaasni diyaaspooraa guddinna biyyaa keessatti ba’aa turaanii fi ammas ba’ataa jiran ilaalchisee sirni beekkamtii laachuu bakka Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdee fi Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonniin argamanitti Hoteela Iskaayii laayitiitti gaggeeffamaa jira.

Lalisee Tasfaayeetu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.