Fana: At a Speed of Life!

Sirni eebba Gamoo Mana Qopheessa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 15, 2014 (FBC)- Haaromsi taasifamaafi kan turee sirni eebbaa Gamoo Mana Qopheessa Magaalaa Finfinnee gaggeeffamaa jira.

Seenaa qabeessaa fi bifa magaalichaa kan ta’ee gamoon kun waggoottan 57 booda haaromsaaf ga’eera.

Bocaa fi miidhagina isaa duraanii osoo hin gadhiisiin tajaajilaaf mijataa ta’ee haaromfameera.

Sirna eebba kanarratti hoggantoonni hojii mootummaa federaalaa fi magaalichaa akkasumas kessummoonni biroon argamaniiru.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.