Fana: At a Speed of Life!

Sukkaarri Kuntaalli miiliyoonni 2 yeroo dhiyootti gara biyyaa kan galfamu ta’uu ibsame

Finfinnee, Amajjii 19, 2015(FBC)- Sukkaarri Kuntaalli miiliyoonni 2 yeroo dhiyootti gara biyyaa kan galfamu ta’uu Giruuppiin Indaastirii Sukkaara Ityoophiyaa beeksiseera.

Bittaa isaaf Doolaarri miiliyoonni 110.4 baasii ta’uu ibsameera.

Sukkaarichi Biraazil irraa bitamuufi marsaa afuriin gara biyyaa kan galu ta’uu Hogganaan Quunnamtii fi Hirmaannaa Uummataa dhaabbatichaa Faanaa Broodkaastiing Korporeetitti himaniiru.

Yohaannis Darribawutu gabaase.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.