Fana: At a Speed of Life!

Tajaajilli Tika Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasiise

Finfinnee, Gurraandhala 20, 2013 (FBC) – Tajaajilli Tika Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa naannoo Tigraayiif Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasiiseera.

Naannicha deebisanii ijaaruuf waamicha taasiifame hordofee dhaabbatichi Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasiisuu ibseera.

Ummanni naannicha hanga guutummaan guutuutti jireenya idilee isaatti deebi’uutti dhaabbatichi deeggarsa barbaachisu kan taasiisuu ta’uu daayreektarri olaanaan TajaajilaTika Nageenyaa fi Odeeffannoo Biyyaalessaa obbo Tamasgeen Xiruunehiin ibsaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.