Fana: At a Speed of Life!

Tapha Guutuu Afriikaan Itiyoophiyaan meedaaliyaa jalqabaa argatte

Finfinnee, Bitootessa 6, 2016 (FBC)- Tapha Guutuu Afriikaa 13ffaan Itiyoophiyaan meedaaliyaa jalqabaa argatteetti.

Dorgommii Biskileetii dhiirotaa umrii 23 gadii gaggeeffameen Kiyyaa Jamaal 2ffaa ba’uun meedaaliyaa Meetii argamsiiseera.

Dorgommicha Afriikaan Kibbaa 1ffaan yoo xumurtu Mooriishiyas 3ffaan xumuruu dandeesseetti.

Boru Itiyoophiyaan dorgommii xumuraa Biskileetiitiin ni hirmaatti jedhameera.

Solomoon Baqqalaatu gabaase

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.