Fana: At a Speed of Life!

Tapha kubbaa Miilaa waancaa Addunyaan Faransaayiifi Awustaraaliyaan tapha mo’atanii darbuuf gahan

Finfinnee, Sadaasa 21, 2015(FBC)- Tapha kubbaa Miilaa waancaa Addunyaan Faransaayiifi Awustaraaliyaan tapha mo’atanii darbuuf gahuu mirkaneeffatan.

Tapha guyyaa har’aa sa’aatii 12:00 irraa eegalee taphatameen Faransaay Tuuniiziyaan goolii 1fi 0 injifatamtus ramaddicha dursuun tapha mo’atanii darbuuf geesseetti.

Bifuma walfakkaatuun tapha ramaddii 3ffaan Awustaraaliyaafi Deenimaark gidduutti taphatameenn Awustaraaliyaan goolii 1fi 0 injifachuun tapha mo’atanii darbuuf gahuu mirkaneeffateetti.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.