Fana: At a Speed of Life!

Tapha Waancaa Addunyaan Neezarlaand biyya jalqabaa Nuusa xumuraaf dabarte taate

Finfinnee, Sadaasa 24, 2015 (FBC) – Tapha Waancaa Addunyaa 22ffaan Neezarlaand Ameerikaa injifachuun biyya jalqabaa Nuusa xumuraaf dabarte taateerti.

Neezarlaandii fi Ameerikaan tapha moo’atanii darbuu Waancaa Addunyaa jalqabaa har’a taphataniin Neezarlaandi goolii 3 fi 1n Ameerikaa injifachuun tapha Nuusa xumuraaf dabarteeti.

Taphni sa’aatii 4:00 irraa eegalee Arjentiinaa fi Awustiraaliyaa gidduutti taphatamus xiyyeeffannoo argateera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.