Fana: At a Speed of Life!

Taphni seekaafaa har’a Burrundii fi Eertiriyaa gidduutti gaggeeffamaa ture sababa roobaan adda cite

Finfinnee, Adooleessa 13, 2013 (FBC) – Taphni biyyoota Bahaa fi Giddugaleessa Afrikaa umrii waggaa 23 gadii har’a Istaadiyeemii Bahaar Daaritti Burrundii fi Eertiriyaa gidduutti gaggeeffamaa ture sababa Roobaa cimaa roobeen adda citeera.
Taphichi sa’aatii adda cite eegalee guyyaa boruu kan itti fufu ta’uu ragaan Federeeshinii Kubbaa Miilaa Ityoophiyaarraa argame ni muul’isa.
Burrundiin goolii 1 fi 0n Eertiriyaa dursaa turte.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.