Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgalaa ni taphatamu

Finfinnee, Ebla 1, 2016 (FBC)-Taphoonni nuusa xumuraa Shaampiyoonsi Liigii Awurooppaa har’a galgala Arsenaal, Baayarmuunik waliin akkasumas Riyaal Maadiriid Maanchisteer Siitii waliin walmorkatu.

Arsenaal galgala sa’aatii 4:00’tti Baayermuunik waliin Filaay Emireetitti morkiin taasisan akkaan eeggama.

Haaluma walfakkatuun Maanchister Siitiin gara Ispeenitti imaluun galgala sa’aatii 4:00’tti Riyaal Maadiriid waliin kan morkatu ta’uun ibsameera.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.