Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaan har’aa eegaluun ni taphatamu

Finfinnee, Bitootessa 23, 2015 (FBC) –Taphoonni Piriimayeer Liigii Ingilaandi torbee 29ffaan har’a tapha Maanchiisteer Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamuun eegalama.

Piriimayeer liigichaan taphni har’a waaree booda sa’aatii 8:30 irraa eegalee Istaadiyeemii Itihaadiitti Maanchiisteer Siitii fi Liivar Puul gidduutti taphatamu xiyyeeffannoo argateera.

Sa’aatii 11:00 irraa eagalee
Arsenaal – Liidis Yuunaayitiid,

Boornimaawuz – Fuulhaam,

Biraayitan -Bireentifoord,

Kiristaal Paalaas – Leesisteer Siitii,

Nootiingahaam Fooresti – Woolvarhampitoon waliin ni taphatu.

Akkasumas galgala sa’aatii 1:30 jalqabee Cheelsiin Astoon Viillaa waliin ni taphata.

Maddi:- BBC Isport

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.