Fana: At a Speed of Life!

Taphoonni walakkaa xumuraa waancaa FA har’aa fi Boru taphatamu

Finfinnee, Ebla 12, 2016 (FBC) – Taphni Walakkaa xumuraa Waancaa FA har’a Maanchiister Siitii fi Cheelsii gidduutti taphatamu hawwiin eegama.

Har’a galgala sa’aatii 1:15 irraa jalqabee falmiin Maanchiisteer Siitii fi Cheelsiin tapha xumuraaf darbuuf taasiisan xiyyeeffannoo argateera.

Boru ammoo sa’aatii 10:30 eegalee Kooventeriin Maanchiister Yuunaayitiid waliin falmata.

#Oromia #Ethiopia

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.