Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 28ffaa har’a gaggeeffameen Walaayittaa Diichaan milkaa’e

Finfinnee, Waxabajjii 16, 2014 (FBC) –Taphoota Beetkiing Priimayer Liigii Ityoophiyaa torbee 28ffaa har’a gaggeeffameen Walaayittaa Diichaan Jimmaa Abbaa Jifaar goolii 2 fi 1n injifateera.
Walaayittaa Diichaan tapha hanga ammaatti taphateen qabxiiwwan 41 walitti qabachuun sadarkaa 5ffaarratti argama.
Jimmaa Abbaa Jifaar qabxii 23 sadarkaa 15ffaa fi Magaalaan Sabbataa qabxii 21 sadarkaa 16ffaarratti argamu.
Kilaboonni Oromiyaa lamaanuu gara Liigii olaanootti bu’uuf qarreerra dhaabbatanii jiru.
Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.