Fana: At a Speed of Life!

Taphoota FA Cup taphni har’a Maanchiister Siitiin Niwuukaastiil waliin taasiisu ni eegama

Finfinnee, Bitootessa 7, 2016 (FBC) – Taphoota Nuusa xumuraa FA Cup taphni har’a Maanchiister Siitiin Niwuukaastiil, Boru ammoo Maanchiister Yuunaayitiid Liiverpuul waliin taasiisan hawwiin eegama.

Taphoota Nuusa xumuraa kanaan har’a waaree booda sa’aatii 9:15 irraa jalqabee Woolviis Koovantirii waliin yoo falmatu, galgala sa’aatii 2:30 irraa eegalee taphni Maanchiister Siitiin Niwuukaastiil Yuunaayitiid waliin taasiisu ni eegama.

Boru taphni Cheelsiin sa’aatii 9:45 irraa eegalee Leesiister Siitii waliin taasiisuu fi falmiin Maanchiister Yuunaayitiid Sa’aatii 12:30 irraa jalqabee Liiverpuul waliin taasiisu hawwiin eegama.

Maddi : BBC Sport

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.