Fana: At a Speed of Life!

Taphoota Waancaa Afrikaa har’a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Tuuniziyaan Mooritaaniyaa yoo injifattu, Iyvoorii Koost Seeraliyoon waliin qixa ba’an

Finfinnee, Amajjii 8, 2014 (FBC) – Taphoota Waancaa Afrikaa 33ffaa har’a waaree boodaa eegalee gaggeeffameen Tuuniziyaan Mooriitaaniyaa yoo injifatu Iyvoorii Koost Seeraliyoon waliin Gaambiyaan ammoo Maalii waliin qixa ba’aniiru

Tuuniziyaa 4-0 Mooriitaaniyaa yoo injifattu ,Iyvoorii Koost Seeraliyoon waliin goolii 2 qixa, Maaliin Gaambiyaan waliin goolii 1qixa xumuraniiru.

Taphni halkan kana sa’aatii 4:00 irraa eegalee Aljeeriyaan Ikkuwatooriyaal Giinii waliin taasiisftu ni eeggama.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.