Fana: At a Speed of Life!

Tumsa dhaabbiilee Ityoophiyaa fi Chaayinaa giddu jiru cimsuun barbaachisaadha –Obbo Dammaqaa Mokonniin

Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)- Itti Aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Mokonnin tumsa dhaabbiilee olaanoo Ityoophiyaa fi Chaayinaa giddu jiru cimsuun barbaachisa ta’uu ibsan.

Obbo Dammaqaan , waljijjiirraan beekumsaa dhaabbiilee barnoota olaanoo Ityoophiyaafi dhaabbiilee qorannoo Chaayinaa gidduutti taasifamu faayidaa olaanaa qabachuu ibsaniiru.

Tumsi Yuunivarsiitii Finfinnee fi Yuunivarsiitii Qorannoo Alaa Beejingi Afaan Amaaraarratti taasifamu hariiroo ummattootaa cimsuuf ni gargaraa jedhan.

Itti Aanaan Pireezidaantii Yuunivarsiitichaa, Jiiyaa Weenjiyaan gama isaaniin, Afaanichi Chaayinaatti kennamuun seenaafi Aadaa Ityoophiyaa beeksisuuf faayidaa qabaachuu ibsuusanii ragaan Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni mul’sa.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.