Fana: At a Speed of Life!

“Ummata keenya waliin hanga dhumaatti hordofnee Shanee ni dhabamsiifna”-MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Waxabajjii 27, 2014 (FBC) – Ummata keenya waliin hanga dhumaatti hordofnee garee shororkeessa Shanee ni dhabamsiifna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.

Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad tooraa miidiyaa hawaasumma isaaniin ergaa dabarsaniin, haleellaa qaamolee nageenyaan irra ga’u jalaa kan dheesse gareen shororkeessaa Shanee Walaggaa Lixaatti lammiilee nagaarratti miidhaa geessisaa baqachaa jira jedhan.

Naannoo Oromiyaa, Godina Qeellem Wallagaattis lammiilee nagaarratti haleellaa raawwachuu ibsaniiru.

Miidhaa lammiileerra ga’een gadda isaanitti dhagaa’ame kan ibsan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad, Ummata keenya waliin hanga dhumaatti hordofnee garee shororkeessa Shanee ni dhabamsiifna jedhaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.