Fana: At a Speed of Life!

Waajjirri Muummee Dhaabbata Walta’iinsa Barnootaa Addunyaa Finfinneetti ijaarame eebbifame

Finfinnee, Caamsaa 10, 2015 (FBC)- Dhaabbanni Walta’iinsa Barnootaa Addunyaa waajjira isaa Muummee Finfinneetti ijaarsise eebbisiise.

Sirna eebbichaarratti Ministir Deetaa Ministeeraa Dhimma Alaa Misgaanuu Argaa, Muummee Ministiraa Duraanii Obbo Hayilamaariyaam Dassaalanyi, Barreessaa Olaanaa Dhaabbatichaa Mansuur Biin Musaalaam fi keessummoonni biroon argamaniiru.

Waajjirri Muummee Dhaabbatichaa hojii eegaluun Ityoophiyaan Dhaabbata Walta’iinsa Barnootaa Addunyaa walliin walta’iinsa qabdu guddisuu akka danda’u eerameera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.