Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin hawaasa diyaaspooraa fi imbaasiiwwan hirmaachisee gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Waltajjiin hawaasa diyaaspooraa fi imbaasiiwwan hirmaachisee qopheessummaa Ministeera Dhimma Alaa fi Yuunvarsiitii Finfinneetin gaggeeffamaa jira.

Waltajjichaan Paan Afrikaaniiziimiirratti ni mari’atama.

Maricharrattis hoggantoonni olaanoo  mootummaa,diyaaspooraawwan, dippilomaatoonni biyyoota gargaraa fi namoonni bebbeekamoon irratti ni hirmaatuun eegama.

Waltajjicharratti bareeffamni qorannoo Afrikaanummaa dhiyaachuun mariin kan irratti gaggeeffamuu ni ta’a.

Afawarq Iyaayyuu fi Barnaabaas Tasfaayeetu gabaase.

Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.