Fana: At a Speed of Life!

Waltajjiin sosochii seera gibiraaf abboomaamuu gaggeeffamaa jira

Finfinnee, Fulbaana 19, 2016 (FBC)– Abbaan Taayitaa Naannoo Sidaamaa waltajjii sosochii seeraa gibiraaf abboomamuu Magaalaa Hawaasaatti gaggeessaa jira.

Sosochichis mata duree “Gibira Kabaja Biyyaaf” jedhuun gaggeeffamaa jira.

Waltajjicharratti Pireezidaantii Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoo, qondaaltota naannichaa fi keessummoonni biroon argamaniiru.

Hoggaanaan Abbaa Taayitichaa Obbo Haayiluu Guduraa akka jedhanitti, barana galii Birrii biiliyoona 13.13 walitti qabuuf hojjetamaa jira.

Karooricha milkeessuufis qaamoleen hunduu qindoominaan akka hojjetan waamicha dhiyeessaniiru.

Birhaanuu Bagaashaatu gabaase.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.