Fana: At a Speed of Life!

Waraanni Ameerikaa humna naannawaa Bishaan Walabaa Kibbaatti cimsaa dhufuun fudhatama hinqabu-Iraan

Finfinnee, Sadaasa 13, 2015 (FBC) – Waraanni Ameerikaa humna loltummaa isaa naannawaa Bishaan Walabaa Kibbaa Idil Addunyaatti cimsaa dhufuun fudhatama kan hinqabne ta’uu, Iraan beeksifte.

Dubbii Himaan Ministeera Dhimma Alaa Iraan Naasir Kaanaanii, waraanni Ameerikaa tasgabbii fi nageenya naannawaa jeequun alatti naannawicha turuun faayidaa kan hinqabne ta’u ibsan.

Nagaa fi tasgabbi itti fufiinsaan mirkaneessuuf filmaanni baaftuun, qarqaraa galaanaa naannawichaa fi walta’iinsa biyyootaa cimsuun akka ta’e CGTN gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.