Fana: At a Speed of Life!

Weellisaan Ahimad Huseen xumura dorgommii dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot boqonnaa 5ffaa injifate

Finfinnee, Amajjii 8, 2013 (FBC)- Weellisaan Ahimad Huseen xumura dorgommii dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot boqonnaa 5ffaa injifateera.
Dorgommiin dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot torbee 9ffaa fi boqonnaa 5ffaa har’a xumurameera.
Kanaafis weellisaan Ahimad Huseen xumura dorgommi dorgaa dorgee Faanaa Laamiroot boqonnaa 5ffaa injifachuun badhaafama Birrii kuma 200 ta’eera.
Haaluma walfakkatuun dorgoommicha weellisaan Wubshat Girmaa sadarkaa 2ffaa argachuun badhaafamaa Birrii kuma dhibba 1 fi kuma 50 ta’eera.
Akkasumas Naatinaa’el Bayyanaa 3ffaa ba’un badhaafamaa Birrii kuma 100 kan ta’eera.
Weellistu Ma’aazaa G/Masqaal 4ffaa ba’uun baadhafamtu Birrii kuma 50 taateetti.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.