Fana: At a Speed of Life!

Weerara humni Ameerikaan durfamu Ityoophiyaarratti bane ni balaaleffanna- Dhaabbata Gamtaa Gurraachotaa Nageenyaaf

Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) – Weerara humni Ameerikaan durfamu Ityoophiyaarratti bane kan balaaleffatu ta’uu dhaabbanni Gamtaa Gurraachotaa Nageenyaaf jedhamu beeksise.

Dhaabbatichi giddu seentummaa humna alaa malee walitti bu’iinsa Afrikaanotaan hiikamuu qaba yaada jedhu kan jajjabeessu ta’uu ibseera.

Dhaabbatichi ibsa guyyaa kaleessaa baaseen kanaan booda Ardii Afrikaatti giddu seentummaan Ameerikaa kan hin barbaachisne ta’uu eereera.

Giddu seentummaa Ameerikaan dhimma  Ityoophiyaa, Eeritiriyaa, Somaaliyaa fi biyyoota Afrikaa biroo keessatti taasistu kan balaaleffatu ta’uu ibseera.

Maddi:- TOI

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa

argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com

/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.