Fana: At a Speed of Life!

Wiiliyaan waliigaltee waggaa 3n garee Arsenaalitti makame

Finfinnee, Hagayya 8, 2012 (FBC) – Lammiin Braaziil taphatan sarara cinaa  Wiiliyaan garee kubbaa miilaa Arsenaalitti makamu ibsame.
 
Wiiliyaan jijjiirraa bilisaan Cheelsiirraa gara Arsenaal imaleera.
 
Taphatichi waggoottaan sadan itti aanaan Arsenaal keessa turuuf waliigaltee mallatteessera.
 
Wiiliyaan bara Faranjootaa 2013 Paawundii miiliyoona 30 Anzii Maakaachaakaalaarra Cheelsiif mallatteessee ture.
 
Garichaaf taphoota 339 taphateera.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.